top of page
Leenjii Luboota Waggaa fi Yaa'ii Waliigalaa
Wix, Sadaasa 24
|Kessate Birhan Aposto. Ref. Boq. (KBARC) jedhamu.
Sagantaa haaromsaa guddaa Phaaphaasonni, luboonni fi diyaaqonoonni Waldaa Haaromsa Ergamootaa Kessate Birhaan keessatti damee adda addaatiin tajaajilan hubannoo waloo itti qooddatanii fi dhimmoota bulchiinsa, ti’ooloojii fi yeroo irratti yaada wal jijjiiran.


bottom of page






